2 Kings 7:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti galgaloofte jennaani worri fulla duuli Shamu jiru d'aqe, artini bahani jennaani namu achi d'abani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa haga lafti galgalaaye qe'ee worra Sooriya'aa dhaqu'uuf deemanii hennaa daangaa isaanii gayan namni tokkollee achi hin jiru;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan galgala dimimmisa, gara quttuma worra Sooriya'aa dhaqane. Yennaa achi geyanu nami tokkolle achi hin jiru.