2 Kings 7:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi dibbeesa orisaa askarti heddu ta fardaafi gaarini yaatu d'ageesise, duuba worri Shamu waan hayyuuni Israeli hayyoota Hititifi ta Misiri, askarti isaani woliini worrati bite worra haasise sehani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaan wonti kun ta'eef Rabbi worra Sooriya'aatitti hirpha laagaa loltootaatii fi gaarii fardaa isaan dhageessifnaan isaan amma mootiin Israa'elii mootii biyya Misiriitii fi mootii biyya Keexotaa nutti bitee nu fixu'uuf ta'a» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltooti Sooriya'aa hididdeettii garreettaa fardaan harkifamuu, hididdeettii fardo'ootii fi loltoota heddu'uu akka dhage'anu, Mootiin Waan Maraa waan godheef, isaan, «Mootiin Israa'elii mootii Heetotaatii fi mootii Gibxi'ii akka nu lolanuuf nutti biteera» woliin jedhane.