2 Kings 8:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Elishani waan jed'eeni, Beeni, AABBO Waaqi yayu aka atini fayya d'aba kana fayyite, ammo eege dootu na garsiise jed'iini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eelsaa'i Azaaheliin «Ati hin fayyita jedhii isatti himi; garuu akka inni du'u Rabbi natti mudhiseera» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elsaa'i deebisee, «Dhaqiitii, ‹Ati dhugumaan hin fayyita› jedhiin; Mootiin Waan Maraa ammoo akka inni dhugumaan du'u natti mudhiseera» jedhe.