2 Kings 8:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hazaelini waan jed'eeni, Anini ufiftu, nami sareele ingeenne, akami dandae irre waan akasi sunini tolchu qaba? Elishani waan jed'eeni, AABBO Waaqi yayu na garsiise, aka atini hayyu Shamu taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Azaahel Eelsaa'iin, «Ani ka waan hamaa guddaa akkanaa kana hojjadhu ani namni womaa hin fayyanne kun eennu?» jedhe; Eelsaa'i Azaaheliin, «Ati Sooriyaa irratti akka mootii taatu Rabbi natti mudhiseera» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hazaa'el, «Ani tajaajilaan keeti sareen kun, attamiin waan guddoo akkasii godhuu dande'aa?» jedhee gaafate. Elsaa'i deebisee, «Ati mooticha worra Sooriya'aa akka teetu Mootiin Waan Maraa natti mudhiseera» jedhe.