2 Kings 8:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hazaelini Benhadaditi deebie, jennaani Benhadadini, Elishani maani sini jed'e? jed'e gaafate Hazaelini waan jed'eeni, Inni waan sini jed'e, Inuma fayyita.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Azaahel Eelsaa'iin biraa deemee gara gooftaa ufii dhaqe; mootichillee Azaaheliin, «Eelsaa'i maal siin jedhe?» Jedheen; innillee «Akka ati fayyitu natti hime» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Hazaa'el, Elsaa'i biraa deemee gara Ben-hadaadii goottaa ifii deebi'e; yennaa san Ben-hadaad, «Elsaa'i maan si jedhe?» jedhee gaafate. Hazaa'el deebisee, «Ati dhugumaan akka fayyitu natti hime» jedhe.