2 Kings 8:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo boriyyaate Hazaelini baddo fuud'e, bisaani keesa kaye, fuula isaa iraa kaye, ukaamse ijeese, fulla isaa hayyu tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu bariisaa san Azaahel uffata halkan uffatan fuudhee bisaanitti cuuphee mooticha fuulatti uwwisee ukkaamsee isa ajjeesee bikka isaa mooye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Boruyyaa ammoo Hazaa'el bullukkoo fuudhee bisaan keessa cuuphee, fuula mootichaa irra buusee buqee ijjeese. Achiin duuba Hazaa'el addee Ben-hadaadiititti mootii worra Sooriya'aa te'e.