2 Kings 8:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Niitiini isaa dubra Ahabu, ammalle inni worra Ahabu gula bahe, akuma hayyoota Israeli taani waan hamtu tolche. Inni AABBO Waaqa durati ch'ubbu tolche,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mucattii Aki'aabii waan fuudhee tureef waan hamaa maatiin Aki'aabii hojjata'aa ture hojjate; karaa mootonni Israa'elii irra deemanii waan hamaa hojjatan hojjatee Rabbiin gaddisiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yehoraam intala Ahaabii waan fuudheef, akkuma maatiin Ahaabii goote karaa mootota Israa'elii hordofee, Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu huje.