2 Kings 8:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo AABBO Waaqi worra Yuda balleesu dide; wonti akanatiifi inni duru hojattu isaa Dauditi kakhate, aka d'alooti isaa haguma jiru jireenna lafa Yuda mohatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garuu tanaan dura karaa garbicha ufii Daawitiitiin akka fiixaa isaa keessaa mootii isa hin dhabsiifne waan abdii kenneefii tureef biyya Yihuuda'aa balleessuu hin barbaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, Mootiin Waan Maraa tajaajilaa ifii Daawitiif jedhee, isaa fi sanyii isaa keessaa haga bara baraa mootiin akka hin dhabanne waadaa waan galeeruuf, Yihudaa balleessuu hin barbaanne.