2 Kings 8:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi ganni isaa diddami lama, duuba inni ganna toko Yerusalemu keesa worra Yuda mohate. Haati isaa Athalia, isiini dubra Ahabu, ka hayyu Israeli ammalle akhaakhuni isii, Omri, ka innileeni duri hayyu Israeli.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hennaa moowu nama woggaa diddamii lamaati. Yerusaalemiin irratti woggaa tokko mooye; haati isaa ta Gotoliyaa jedhamtu mucattii Zambirii mootii Israa'eliiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahaaziyaan mootii yennaa te'e nama woggaa diddamii lamaa ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee woggaa tokko bulche; maqaan haadha isaa Ataaliya'a; isiin intala Ahaabii ilma Omirii mootii Israa'elii ti.