2 Kings 8:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ahaziani Yehoramu hayyu Israeliti goli tahe, worri woliini Yae, hayyu Shamu ka Hazaeli jed'ani had'e. Ramothi ka Gileaditi woli had'ani, Yehoramu had'iisa suni keesati madeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akaaziyaas Iyyooraamii ilma Aki'aabii woliin Azaahelii mootii biyya Sooriya'aa woliin wol lolu'uuf gara Reemaatii biyya Gala'aadii keessa jirtuu dhaqan; worri biyya Sooriya'aa garuu Iyyooraamiin dhayanii madeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahaaziyaan Yoraamii ilma Ahaabii woliin mooticha Sooriya'aa Hazaa'el Raamoot-Giili'aaditti loliisaaf dhaqe; worri Sooriya'aa Yoraam madeesse.