2 Kings 8:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Hazaelini gaala afurtama waan dadansa dira Damaski keesaa argatani ch'ufa iti fayye, gara Elisha d'aqe. Hazaelini isaani bahe jennaani inni waan jed'eeni. Ilmi kanke hayyu Benhadadini na erge, beeni, Elisha aka anini d'ukuba fayyu AABBO Waaqa naa gaafad'i nani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Azaahel midhaan biyya Damaasqo'oo keessatti argamu maraa gaala afurtamatti fe'ee Eelsaa'iin bira dhaqee, «Ilmi kee Wolda'aadeer dhibee irraa akka fayyuu fi akka hin fayyine akka isatti himtuuf na erge» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Hazaa'el, waan dadansaa qachaa Damaasqo'oo keessaa mara fe'iisa gaala afurtatamaa Elsaa'iif geesse. Inni dhaqee Elsaa'i dura dhaabbatee, «Tajaajilaan keeti mootichi Sooriya'aa Ben-hadaad, ‹Ani dhibee tana irraa hin fayyaa?› jedhee gara keeti na ergeera» jedhe.