2 Kings 9:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani raagi Elisha jed'ani kaani raaga kaimticha toko yaame waan jed'eeni, Kurfefad'i, Ramothi ka Gileadi d'aqi. Dulo d'ad'a tana fuud'i,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Eelsaa'i ijoollee raattotaa keessaa nama tokko waamee; «Mudhii kee hidhadhuu ottee dhadhaa ejersaa kana qabadhuu gara Reemaatii biyya Gala'aadii keessa jirtuu dhaqi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san raagichi Elsaa'i, miseensa raagotaa keessaa tokko waamee, «Hidha keeti hidhadhuutii, okkotee zayitii ejersaa tana fuudhiitii, Raamoot-Giili'aad deemi.