2 Kings 9:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro tokotu waheli Yehu kaani ch'ufti woya ufi faano mana sunini korani ira afaani, Yehuni ira eje, jennaani magalata d'aani lalabani waan jed'ani, Yehuni ya hayyu tahe!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maruu yoosuu fiiganii uffata ufii fuudhanii kortoo gamo'oo irratti afanii isa achi irra dhaabsisanii xurumbaa afuufa'aa «Iyyuun mooyeera!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan marti woyaa ifi irraa baafatanee, yaabbannoo Yehuun irra deemu irratti afaneefii, tultullaa afuufaa, qoonqoo ol qabatanee, «Yehuun mooti'i» jedhane.