2 Kings 9:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yehuni hayyu Yoramu, ka Yezreeli jiru, iti malate, Yoramuni, qara gaafa isaafi hayyuuni Shamu woli had'ani Ramothi madae. Duuba aka mada suni fayyufi Yezreeli jira. Jennaani Yehuni waan jara wahela isaatini jed'e, Yo isani goli tiyya taatani, nama Ramothi keesa bahe odu tana Yezreeliti odeesu deemu d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Iyyuun ilmi Iyyoosaafixii ilma Naameesii mooticha Iyyooraamiin irratti mala malate Iyyooraamii fi ijoolleen Israa'elii maruu mootiin biyya Sooriya'aa Azaahel akka qachaa Reemaatii biyya Gala'aadii keessa jirtu hin seenne eega'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yehuun ilmi Yoshaafaaxii akaakoon Niimshii, Yoraam irratti mala dhowe; yennaa san Yoraamii fi namooti Israa'elii marti mootichi Sooriya'aa Hazaa'el Raamoot-Giili'aad akka hin lolle eegiisatti jiraniiyyu.