2 Kings 9:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle nama d'ibi akasuma Yehu fuula keesa ergani, innileeni akuma namicha kaani, Naguma deemta? jed'e odeefate. Yehuni waan jed'eeni, Dubbi suni lakisi, na gula kooti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi deebi'ee nama biraa farda yaabbisee isatti erge; innillee isa bira gayee Mootichi maal nagayaa mii? Siin jedha jedhe; Iyyuun «Nagaya maaltu jira? kana irra, na duuba lufii na faanaa koottu!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi abbaa fardaa dhibii itti erge; innille gara isaanii dhaqee, «Mootichi, ‹Nageyaafuu dhufaartanii?› isiniin jedha» jedheen. Yehuun deebisee, «Ati Nageya irraa maan qadda? Gara duubaa tariitii na hordofi» jedhe.