2 Kings 9:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle namichi lafa eegu kaani qonqo biyyati deebise waan jed'e, Namichi ya artini bahe, ammo gadi deebiuti injiru. Ammalle inni waan jed'e, Guddaani gumi suni Yehu fakaata, akuma isaa, aka maraata gaari oofu jira!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi gaadu sun, «Namichi ati ergite sun bira gayeeraa garuu uf irra hin deebine» namni inni bira gaye sun jarjara'aa deema akki inni itti deemullee akka deemsa Iyyuu ilma Naameesiiti!» jedhee mootichatti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eedichi xelleephoo irra jiru sun, «Ergantichi isaan bira geyeera; ammoo deebi'ee dhufiisatti hin jiru; sooressaan loltoota sanii akka nama maraatee garreettaa fardaan harkifamu waan oofuuf, oofiis isaa oofiisa Yehuu ilma Niimshii fakkaata» jedhee mootichatti hime.