2 Kings 9:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoramuni waan jed'eeni, Atini naguma d'ufu jirta? Yehuni waan jed'eeni, nageenni ka maani ka haati tante Yezebelini falfalaafi, kad'acha waaqa d'ara lakisu diddu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyooraam hennaa Iyyuu arge, «Iyyuu! maal nagayaa?» jedheen. Iyyuunillee, «waaqa tolfama'aa fi asmaa haati tee Eelzaabeel nutti fiddee nagaya maaltu jira?» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoraam yennaa Yehuu dhagge, «Yehuu! Nageyaafuu dhuttee?» jedhee gaafate. Yehuun deebisee, «Waaqonfatiis waaqota dharaatii fi moruun haadha teeti Iizaabelii haga jirtu nageya maanti jiraa?» jedhe.