2 Kings 9:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoramuni dubbi suni d'agaye jennaani, baqaa gaari ufi keesa deebise, lalabe waan Ahaziani jed'e, Namichi kunini yayu mala ijeecha nati d'aate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyooraam gaarii fardaa ufii uf irra gara galchee Akaaziyaasiin, «Akaaziyaas! kun didda'a!» jedha'aa dheesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoraam Ahaaziyaa waamee, «Ahaaziya'a! Tun maltumma'a!» jedhee garagalee dheete.