2 Kings 9:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehuni waan namicha isa hojatu, ka Birkari jed'aniini jed'e, Reefa isa fuud'i, oobru Nabothi taani keesa buusi. Qaabad'i, dubbi AABBO Waaqi Ahabuni jed'e, gaafa anaafi sii abba Yoramu ka Ahabu jed'ani gula yaanu gaari keesa:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyuun bulchaa ufii Bidiqaariin «Reeffa isaa fuudhii maasaa Naabutee gosa Yisiraa'elii keessatti gati» jedheen; hennaa anii fi ati farda yaabbannee wol ladda deemnee abbaa isaa Aki'aabiin hordofne akka Rabbi rakkoo kana isa irra geessu dubbate yaadadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yehuun qarqaarticha ifii Biidkaariin, «Reeffa isaa fuudhiitii fichaa Naabotii Yizre'elichaa keessatti gati. Anii fi ati garreettaa fardaan harkifamu yaabbannee, abbaa isaa Ahaab duubaan deemiisatti jirruun, Mootiin Waan Maraa marroo isaatiif raaga dubbate san qaabadhu.