2 Kings 9:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
d'ad'a kanaani muudi waan jettuuni, AABBO Waaqi waan jed'u, Anini yayu si muude hayyu Israeli si tolche. Duuba achumati lakisi, hurrisi biraa deemi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa dhadhaa ejersaa ka ottee keessaa mataa isaa irratti buusii, ‹Rabbi akkana siin jedha; Israa'eliin irratti mootii akka taatuuf si muudeera› jedhiinii balbala banadhuu uduu achi hin turre bayii dheessi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Zayitii ejersaa tana mataa isaa irratti naqiitii, ‹Mootiin Waan Maraa: mootii Israa'elii akka teetu ani si muudeera siin jedha› jedhiin. Achiin duuba adoo hin turin, balbala banadhuutii baqadhu» jedhe.