2 Kings 9:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehuni fulla isiini ejitu taani millate waan jed'e, Nami gara kiyya jiru mee? Nami lamafi sadi ka mana hayyu keesa hojattu, dereshani isa lalaani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyuun laagaa ufii ol qabatee «Namni na gargaaru eennu?» jedhee dubbate; worri qaamni uumataniin hin hojjanne lamaa haga sadihii gara fodda'aa dhiyaatanii isa laalan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yehuun gara fodda'aa ol ilaalee, «Nami naa golu eennuu? Eennu ree?» jedhe; yoos guneessoti lama yookiin sad gara isaa gad ilaalane.