2 Kings 9:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehuni waan jed'eeni, Isi gadi darba, jennaani isi gadi darbani, d'iigi isii fardooleefi mana hayyule ch'ufati t'iniqe. Yehuni gaari reefa isii ira gusse,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyuun isaaniin «Eelzaabeeliin gad darbaa'a» jedhe; isaan hennaa isii fuudhanii gad darban dhiinni isi'ii dallawa dhaga'aatii fi farado'oo irratti faca'e; Iyyuun reeffa isi'ii irra farado'oo fi gaarii fardaa oofe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yehuulle isaaniin, «Gad isii darba'a!» jedhe. Yennaa isaan gad isii darbane, dhiigi isi'ii gariin dalleya dhaka'aatii fi fardoo irratti faca'e; Yehuun fardoo isii irra oofee, fardoon irra sirbite.