2 Kings 9:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
mana hayyu seene, achiti sagale nyaate, eegi iraa deebie waan jed'e, Niiti abaarsa tana reefa isii fuud'a awaala; ato akasile taate, isiini dubra hayyuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa gara mana mootummaa ufii seenee waa nyaatee dhugee «Isiin woma feetellee yoo taate mucattii mooti'ii waan taateef reeffa dubartii abaaramtuu tanaa fuudha'aa awwaalaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gara manaa seenee nyaatee unne; achiin duuba inni, «Dubartittiin abaarantuun tun, intala mootichaa waan teeteef, fuudha'aatii awwaala'a» jedhe.