2 Kings 9:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri d'ufe dubbi tana Yehuti hime jennaani, inni waan jed'eeni, Tunini dubbi AABBO Waaqi hojattu isaa Eliyaani jed'e: Dira Yezreeli keesati sareeni reefa Yezebeli nyaati,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni sunniin deebi'anii Iyyu'utti himan; Iyyuun garuu deebisee isaaniin, «Wonti kun maruu ka raawwatameef akka dubbiin Rabbii karaa raatticha Eeliyaasii gosa Teesibi'iitiin dubbatame sun raawwatamuuf; akkasuma reeffa Eelzaabeelii biyya Yisiraa'elii keessatti sariiniin nyaattamee hafe;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isaan waan kana Yehu'utti himane inni, «Kun jecha Mootii Waan Maraa ka karaa tajaajilaa ifii Eliyaasii Tishibeetichaatiin, ‹Lafa Yizre'elii keessatti sareen foon Iizaabelii hin nyaatti.