2 Kings 9:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
goblola isii akuma kosi lafati firfirsani, aka nami tokoleeni beekhe, tunini Yezebeli injenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akka dike'eetitti raasaa keessa bittiinnaaya; kanaafuu eennullee isiin Eelzaabeel jedheenii namni reeffa isi'ii addaan baasu hin jiru ka jedhametu raawwatame» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokkolle: tun Iizaabel jechuu akka hin dandeennetti, reeffi isi'ii akka kosi'ii lafa Yizre'elii keessatti hin gatama› jedhee dubbate» jedhe.