2 Kings 9:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worra gugurda askarti, ka kora keesa jiru, iti d'ufe waan jed'eeni Aabbo, anini d'aamsa ke qaba. Yehuni waan jed'eeni, Atini nu kana keesa eenuni dubbachu jirta? Inni waan jed'eeni, Sini dubbachu jira, aabbo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga achi gaye ajajoonni loltootaa ka wol gayanii taa'aniiran bira dhaqee, «Ajajaa loltootaa; ani sitti hajameera» jedheen; Iyyuun garuu «Nu keessaa eennutti hajamta?» jedhe; Innillee, «Sitti hajame» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa inni achi geye, ajajjooti loltootaa wolitti qabamanee tee'anuun dhaggee, «Ajaja'a! Ani ergaa sitti himu qaba» jedhe. Yehuun, «Nu keessaa eennutti hinta?» jedhee gaafate. Raagichi, «Ajaja'a, si'itti hima» jedhee deebise.