2 Kings 9:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri lachu mana olduude raagi kaimtichi kaani Yehu muude waan jed'eeni, AABBO Waaqi Israeli waan jed'u. Anini si muude hayyu worra kiyya ka Israeli si tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa innillee ka'ee gara manaa ol seene; raattichillee seenee dhadhaa ejersaa mataa isaa irratti buusee «Rabbi Waandhi Israa'elii, ‹Banii Rabbii irratti akka mootii taatu si muudeera;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yehuun ka'ee mana seene. Raagichi dargaggeessi zayitii ejersaa mataa Yehu'uu irratti naqee, «Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii: ‹Kolbaa Mootii Waan Maraa Israa'elii irratti mootii akka teetuuf ani si muudeera.