2 Kings 9:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Ahabutifi d'alooti isaleeni ch'ufti duu male, anini nama worra isaa ka d'iira, diqaafi guddale ch'ufa, akuma taka hobaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
manni Aki'aabii maruu hin bada; mana isaa keessaa garbicha ta'ee'e wolabticha, dhiira maraa hin balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maatiin Ahaabii marti hin baddi; maatii isaa dhiira ka te'e, garba yookiin garba ka hin te'in mara Israa'el keessaa hin balleessa.