2 Peter 1:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf obboleeyyan tiyya! Waamamiisaa fi filamiisa keessan mirkaneessiisaaf, worra caalchittanee dharraatanu te'a'a; tana yoo gootane dhugeeffannaa teessan irraa ijjumaa hin jiddanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi oboleyaani tiyya, jabaad'a, aka yaamicha Waaqaatiifi fohacha isaa waan guyya ch'ufa tolfattani; wonti akanatiifi yo waan kana tolchitani haga jirtani injiddani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf obboleeyyaan tiyya, akka yaamicha Waaqaatii fi foohachaan isaa guyyaa cufaa isanii jaaramtu jabaadhaa dharraha, wantii akkanaatiif yo waan kana tolchitan haga jirtan hinjiddan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu obboleeyyan tiyya! waamamuu keessanii fi filamuu keessan akka jabeessitan ka duraa caalaa jabaadhaa'a. Waan kanniin yoo gootan horomaa hin gufattan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu obboleeyyan tiyya, waamamuu keessanii fi filamuu keessan akka jabeessitan ka duraa caalaa jabaadhaa'a. Waan kanniin yoo gootan horomaa hin gufattan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf yaa obboleeyyan! Waamamuu keessan fi filatamuu keessan mirkanneessu'uuf caala'atti worra hawwitan ta'aa, kana yoo raawwattan gonkumaa hin gufattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf obboleeyyan tiyya! Waamamiisaa fi filamiisa keessan mirkaneessiisaaf, worra caalchittanee dharraatanu te'a'a; tana yoo gootane dhugeeffannaa teessan irraa ijjumaa hin jiddanu.