2 Peter 1:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akka kanaan, gara mootummaa Goottaa keennaatii fi fayyisaa keenna Yesuus Kiristoosii, ta bara baraatitti akka galtanu middi guutuun isiniif hin kennama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara kanaani aka Finna Aabbo keennafi Qarqaarsa keenna Yeso Kristo ka hegeri argattani isani tolchani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Karaa kanaan akka finna Aabboo keennaa fi qarqaarsa keenna Yesus Kiristoo ka hegerii argattan isan tolchan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma gara jireenna bara baraa, gara Gooftaa keennaa fi gara jeennata fayyisaa keennaa Yesuus Kiristoosii galu'uuf mirga guutu'utu isinii kennama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma gara jireenna bara baraa, gara Gooftaa keennaa fi gara jeennata fayyisaa keennaa Yesuus Kiristoosii galu'uuf mirga guutu'utu isinii kennama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bifa kanaan gara Mootummaa bara baraa ka taatee, gara Gooftaa keennaatii fi gara Mootummaa qoricha keenna Yesus Kristosii galu'uuf, mirgi guutuun isiniif ni kennama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kanaan, gara mootummaa Goottaa keennaatii fi fayyisaa keenna Yesuus Kiristoosii, ta bara baraatitti akka galtanu middi guutuun isiniif hin kennama.