2 Peter 1:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre isin amma waan kana beettanee, dhugaa qabattaneen jabaattanee jiraattanulle, ani yennaa maraa waan kana isin yaadachisiisa hin lakkisu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan kana anini hojja ch'ufa isani qaabsiisa, ato isani beetani, d'uga qara argatani aka dansa jabeesitanile.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba waan kana adoo isan beettanii, dhugaa qara argattan akka dansaa jabeesitaniillee anin yo cufa isan qaabsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu waan kanniin hagamillee yoo beettan, dhugaa isin bira jirtuun hagamillee yoo dhaabattan waan kanniinii hennaa maraa isin qaabsisuu hin dhiisu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu waan kanniin hagamillee yoo beettan, dhugaa isin bira jirtuun hagamillee yoo dhaabattan waan kanniinii hennaa maraa isin qaabsisuu hin dhiisu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wonittoota kanniin uduu isaan beekittanii fi dhugaa qabattaniin'llee jabaattanii uduma jiraattanii'llee, waayee keessaniif isaan yaadachisiisuu shilla hin jedhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isin amma waan kana beettanee, dhugaa qabattaneen jabaattanee jiraattanulle, ani yennaa maraa waan kana isin yaadachisiisa hin lakkisu.