2 Peter 1:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani haga jiruu keessummumma'aa tanaan jiru, yaada keessan dammassuun kiyya sirrii te'ee anatti mudhata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini guddo qajeeltu seha, yo anini qalbi teesani tuqe qaabsiise, haga anini jiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin yo haga jiru qalbii teessan tuqee qaabsise guddoo qajeeltu seha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani haga jiruu keessummumma'aa kana keessa jiru yaada keessan kakkaasuun waan ta'u natti fakkaata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani haga jiruu keessummumma'aa kana keessa jiru yaada keessan kakkaasuun waan ta'u natti fakkaata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jireenna kanaan haga yeroo ittiin jiraadhuu titti isin yeroo maraa kakaasuun, sirrii ta'eeti natti mulidhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani haga jiruu keessummumma'aa tanaan jiru, yaada keessan dammassuun kiyya sirrii te'ee natti mudhata.