2 Peter 1:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille Goottaan keenna Yesuus Kiristoos akka anatti mudhisetti jiruu lafa tanaa dafee lakkisee akka deemu hin beeka.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini imbeekha d'iotu dua, akuma Aabbo Yeso Kristoni diideese nati hime.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma Aabboo Yesus Kiristoon diideessee natti himee, anin akka dhi'oottuu du'u inbeeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka Gooftaa keenna Yesuus Kiristoos natti mudhisetti jiruu lafa kanaa irraa dafee akka deemu hin beeka.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka Gooftaa keenna Yesuus Kiristoos natti mudhiseetti jiruu lafa kanaa irraa dafee akka deemu hin beeka.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan keenna Yesus Kristos akkuma naaf ibisetti dadafaan biyya lafaa kana irraa du'aan akka hin fooyaminne, ni beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille Goottaan keenna Yesuus Kiristoos akka natti mudhisetti jiruu lafa tanaa dafee lakkisee akka deemu hin beeka.