2 Peter 1:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti hunnaa fi deebi'ee dhufiisa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii yennaa isinitti beessinne, guddinna isaa iluma teennaan dhaggineeti malee, mammaassa beekkunsa namaatiin dadame irratti hundoonneetii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi nu odu duri ta woma keesa injirre gula, aka Aabbo Yeso Kristoni jabeennaani d'ufu, isaniti inhimne. Iluma teennaani guddinna isaa agarre!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif isaa oduu durii ta homaa keessa hinjire gula, akka Aabboo Yesus Kiristoon jabeennaan dhufu, isaniitti hin himnee, iluma teennaan guddinna isaa agare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hunnaa fi dhufa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii ka isinitti beessifne, gaachena isaa argineeti malee oduu ogummaa namaatiin uumameetiinii miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hunnaa fi dhufa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii ka isinitti beessifne, gaachena isaa argineeti malee oduu ogummaa namaatiin uumameetiinii miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee huminna Gooftaa keenna Yesus Kristositii fi waayee deebi'ee dhufiinssa isaa'llee yeroo isinitti himnnetti, mataa keennaa gaachena isaa ija teennaan arginee ka ragaa baannu malee, mammaaka daba ka namaatiin karoorffame horddofinneetii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti hunnaa fi deebi'ee dhufiisa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii yennaa isinitti beessinne, guddinna isaa iluma teennaan dhaggineeti malee, mammaassa beekkumsa namaatiin dadame irratti hundoonneetii moti.