2 Peter 1:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni qoonqoon, “Kuni ilma kiyya ka ani jaaladhu, ani isatti guddoo gammadeera” jettu ulfinna gudda'aan yennaa dhutte, Waaqa Abbaa irraa guddinnaa fi ulfinna fudhateera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Aabbo Waaqi ulfinnafi guddinna isaa kenne, nu achi jirra, gaafa qonqooni gara Guddinna gubbati gadi d'ufte. Kunini Ilma kiyya, ka anini jaalad'u, ka guddo naa gammachiisu jette.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa Aabboo Waaqii ulfinnaa fi guddinna isaa kenne, mullise nu achi jirra, gaafa qoonqoon gaara guddinna gubbaatti gadi dhuftee, “Kunin Ilma kiyya, ka anin jaaladhu, ka guddoo na gammachiisu” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa laagaan ulfinnaa teessoo isaa irraa, «Ilmi ani jaaladhu, ka itti gammadu kana» jechi jedhu dhufe, Rabbii Abbaa irraa ulfinnaa fi galata argateera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa laagaan ulfinnaa teessoo isaa irraa, «Ilmi ani jaaladhu, ka itti gammadu kana» jechi jedhu dhufe, Rabbii Abbaa irraa ulfinnaa fi galata argateera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Isatti ka gammadu Ilmi kiyya ka ani jaaladhu kana!» qooniqqi jedhu, Ulfinna ol aanaa irraa yeroo dhufetti, Waaqa Abbaa irraa ulfinnaa fi ol aanttummaa fudhatee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni qoonqoon, «Kun Ilma kiyya ka ani jaaladhu, ani isatti guddoo gammadeera» jettu ulfinna gudda'aan yennaa dhutte, Waaqa Abbaa irraa guddinnaa fi ulfinna fudhateera.