2 Peter 1:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqaa fi Goottaa Keenna Yesuus Kiristoos beekiisaan, badhaadhaa fi nageenni isiniif fakkanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eebafi nagaya guddisa argad'a maro hubacha Waaqaatiifi ta Yeso Aabbo keenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eebbaa fi nageennii, beekkumsa Waaqaatii fi ka Yesus Kiristootiin isan haa guutuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii fi Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin beeku'uun badhaaninii fi nageenni isiniif haa ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka hunna qajeellummaa isaatiif mishummaa ulfinna isaatiin nu waame beeku'uun, waan jireennaaf Rabbiin fakkaannuun nuu keenneef beekkomsi badhaadhumma'aa fi nageennii Rabbiitiif Gooftaa keenna Yesuusii isinii haa guddatu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kennaa Waaqaa ka bilisaatii fi Gooftaa keenna Yesus Kristosiin beeku'uun, kennaan isaa ka bilisaatii fi nageenni isiniif haa baayi'atu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqaa fi Goottaa Keenna Yesuus Kiristoos beekiisaan, badhaadhaa fi nageenni isiniif fakkanu.