2 Peter 1:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan duudi'iin dura, dubbii raagaa ta Barreeffama Woyyicha keessa jirtu, eennulle yaada ifiitiin hiikiisaaf akka hin dandeenne hubatuu qaddan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ch'ufa ira, waan kana qaabad'a: nami tokoleeni dandae fagiisa t'aafi qulqullo keesati t'aafani akuma fed'u inhimu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan cufaa irra, waan kana qaabadhaa; namii tokkoolleen danda'ee himanaa barreessii qulqulloo keessatti barreessan akkuma fedhu hinhimu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan mishaa gootan, dura kana beekaa'a. Dubbii raagaa ka kitaaba keessatti barreeffame maraa eennullee akka ufii fedhetti hiikuun isaa hin kennamne. Raanni sirima fedha namaatiin waan hin dhufneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan mishaa gootan, dura kana beekaa'a. Dubbii raagaa ka kitaaba keessatti barreeffame maraa eennullee akka ufii fedhetti hiikuun isaa hin kennamne. Raanni sirima fedha namaatiin waan hin dhufneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan maraan duranatti hubachuu ka qabddan Kitaaba Qulqulluu keessatti ka argamu raaginni kum'llee, naminni kum'llee yaada mataa isaatiin hiiku'uuf ka hin danddeenne ta'uu isaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan duudi'iin dura, dubbii raagaa ta Barreeffama Woyyicha keessa jirtu, eennulle yaada ifiitiin hiikiisaaf akka hin dandeenne hubatuu qaddan.