2 Peter 1:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille dubbiin raagaa worra Ayyaana Woyyichaan sooreffammeen Waaqa irraa dhutte malee, ijjummaa fedha namaatiin hin dhunne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi dubbini fagiisaa tokoleeni taka fed'i nama keesaa imbaane, ammo Lubbu Qulqulloti nama dubbachiise, ato nami dubbi fulla Waaqati d'ufte dubbatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo namii dubbii fulaa Waaqaatii dhufte dubbatuu, ammoo Hafuura Qulqullootti nama dubbachiisee. Wantii akkanaatiif dubbiin himani tokkoolleen takkaa fedhii namaa keessaa hinbaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaanillee waan namoonni Rabbii Woyyuun Ayyaana Rabbii Woyyu'uun gargaaramanii dubbataniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaanillee waan namoonni Rabbii Woyyuun Ayyaana Rabbii Woyyu'uun gargaaramanii dubbataniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Raaginni kumi'llee fedha namaatiin gonkumaa hin dhufinne, garuu raaginni Hafuura Qulqullu'uun namoonni eemaraman, Waaqa irraa fudhatanii ka dubbatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille dubbiin raagaa worra Ayyaana Woyyichaan sooreffameen Waaqa irraa dhutte malee, ijjumaa fedha namaatiin hin dhunne.