2 Peter 1:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sababa kanaaf, dhugeeffannaa irratti dansummaan akka dabalantu, dansummmaa irratti beekkunsa,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi jabaad'a aka dansooma d'ugefacha teesaniti darattani; dansooma keesaniti hubacha darad'a;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif jabaadhaa akka dansooma dhugeeffachaa teessaniitti darattan; dansooma keessaniitti hubachaa daradhaa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf jajjabeenna mara mudhisa'aa amantii keessan irratti mishummaa eda'aa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaa kanaaf jajjabeenna mara mudhisa'aa amantaa keessan irratti mishummaa eda'aa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sababa kanaan wonittoonni itti aananii jiran akka isinii dabalamaniif hisadhaa, amantii irrattii mishummaa, mishummaa irratti'llee beekkomissa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa kanaaf, dhugeeffannaa irratti dansummaan akka dabalantu, dansummaa irratti beekkumsa,