2 Peter 1:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
nama Waaqaa te'iisa irratti, akka obboleeyyanii woliif yaadiisa, akka obboleeyyanii woliif yaadiisa irratti jaalala nama maraa qabaadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jireenna Waaqa keesaniti jaalala oboleyaani darad'a; jaalala oboleyaaniti jaalala darad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
jireenna Waaqaa keessanitti jaalala obboleeyyaanii daradhaa; jaalala obboleeyaaniitti jaalala daradhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama Rabbii fakkaachuu irratti obboleewwanii yaaduu, obboleewwanii yaaduu irrattillee jaalala eda'aa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nama Rabbii fakkaachuu irratti, obboleewwanii yaaduu, obboleewwanii yaaduu irrattillee jaalala eda'aa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqa waaqeffachuu irratti obboleeyyumma'aan wol jaalachuu, obboleeyyumma'aan wol jaalachuu irratti'llee jaalala dabalaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
nama Waaqaa te'iisa irratti, akka obboleeyyanii woliif yaadiisa, akka obboleeyyanii woliif yaadiisa irratti jaalala nama maraa qabaadha'a.