2 Peter 1:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami waan kana hin qanne ammoo, nama fagoo hin dhagginnee fi balla'a; inni cubbuu durii irraa qulloomuu ifii dedheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan kana inqamne balla, ila inqabu, aka daba isaa ka dabre iraa qulqulleesani imbeekhu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii waan kana hinqamne ballaa yokaan ila boora waan fagoo hingarre, ka akka cubbuu isaa ta dabarte irraa qulqulleessan hinqaabanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri waan kanniin hin qabne jaamoota; worra waan dhiyoo jiru callaa argu. Cubbuu dura irraa qulqullaaye san irraanfateera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri waan kanniin hin qabne jaamoota, worra waan dhiyoo jiru callaa argu. Cubbuu dura irraa qulqullaaye san irraanfateera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wonittoota kanniin ka hin qabnne garuu waan fago'oo argu'uuf ka hin dandeenne jaama'a, cubuuwwan isaan ka dabrran irraa'llee qulqullaawomuu isaa dagatee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami waan kana hin qanne ammoo, nama fagoo hin dhagginee fi balla'a; inni cubbuu durii irraa qulloomuu ifii dedheera.