2 Peter 2:10 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
keessumattu worra halchaa badduu fedha foon ifii hordofuu fi worra baallii Waaqaa jibbu guyyaa mura'aatiif eega. Barsiisoti dharaa tun worra sodaan keessa hin jirree fi koorameeyyii waan te'aneef, dadaa ulfinnaa ta ol-gubba'aa hin arrassan malee hin ulfeessanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
keesuma worra d'araa nafa hama gula yae jabeenna Waaqa tuffatu. Barsiiftuuni d'ara tunini ch'ufti daalle kiyyibdu, ta mata jabaattu, ta uumata gubba jira insodaanne arabsitu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
keessumaa warra dharraa nafaa hamtuu gula yaa'ee jabeenna Waaqaa tuffatuu. Barsiisootii dharaa tunin cuftii daallee kiyyibduu, ta mataa jabaattu, ta uumata gubbaa jira hinsodaanne arabsitu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Keessummaanuu isaan sanniin worra kajeellaa isaanii ka foonii battii ta'e horddofanii fi aangoo Waaqaa worra tuffatan, murti'iif eegee isaan ni turssiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
keessumattuu worra halchaa badduu fedha foon ifii hordofuu fi worra baallii Waaqaa jibbu guyyaa mura'aatiif eega. Barsiisoti dharaa tun worra sodaan keessa hin jirree fi koorameeyyii waan te'aneef, dada ulfinnaa ta ol-gubba'aa hin arrassan malee hin ulfeessanu.