2 Peter 2:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ergantooti Waaqaa, barsiisota dharaa tana caalaa hunnaa fi baallii qabaatanulle, Goottaa duratti dubbii arrabaatiin isaan hin himatanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaleeni ta jabeennaafi humna worra ira qabdu Aabbo durati worra himatte inarabsitu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ergamtootiilleen ta jabeennaa fi humna warra irra qabdu Aabboo duratti warra himattee hinarabsitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkonni Rabbii barsiisota dharaa kanniin caalaa hunnaa fi baallii yoo qabaatanillee afoo Goofta'aatitti dubbii arrabaatiin hin himatamne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkonni Rabbii barsiisota dharaa kanniin caalaa hunnaa fi baalli yoo qabaatanillee afoo Goofta'aatitti dubbii arrabaatiin hin himatamne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maleyikkoonni isaan irraa huminnaa fi aangoo isaan ka caalan yoma ta'an'llee, Gooftaa duranatti isaan irratti himannaa affan dabriinssaan guutame isaan irratti hin dhiyeessu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergantooti Waaqaa, barsiisota dharaa tana caalaa hunnaa fi baallii qabaatanulle, Goottaa duratti dubbii arrabaatiin isaan hin himatanu.