2 Peter 2:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan karaa qajeelaa dhiisanee, karaa Bala'aamii ilma Be'orii ka waan hantuu hujiisaan beesee dhaggantu jaalatuu faana goranee dokonkoraneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri la kara qajeela iraa gore bade; ya kara Balaamu, ilma Beori gula yaae; inni hori hameenna tolche fud'atu jaalate,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii la karaa qajeelaa irraa goree bade; ya karaa Bala'aam, ilma Be'or, gula yaa'e; innii horii hameenna tolchee fudhatu jaalate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa qajeelaa dhiisanii dogoggoran. Karaa Bala'aamii ilma Baasooriitiin deeman; inni mindaa hammeennaa jaalate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Karaa qajeelaa dhiisanii dogoggoran. Karaa Bala'aamii ilma Baasooriitiin deeman, inni mindaa hammeennaa jaalate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan karaa qajeelaa ta'e dhiisanii badanii jiran, hamaa hojjachu'uun qarshii argamu ka jaalate, ilma Bioorii karaa ilma Bala'aamii horddofanii, dogoggoranii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan karaa qajeelaa dhiisanee, karaa Bala'aamii ilma Be'orii ka waan hantuu hujiisaan beesee dhaggantu jaalatuu faana goranee dokonkoraneeran.