2 Peter 2:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ammoo yakkaa ifiitiif xixame. Harreen dubbatuu hin dandeenne qoonqoo namaatiin dubbattee maraattummaa raagichaa dhooggiteerti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan wollaala isatiifi isa gorsani. Wonti akanatiifi harreeni duudaani qonqo namatiini dubbatte, waan daalluma ka raagi suni tolchu d'owarte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
waan wallaala isaatiif isa gorsan. Wantii akkanaatiif haarreen duudaan qoonqoo namaatiin dubbatte, waan daallummaa ka raagii sun tolchu dhowarte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo waan cubbuu isaatiif teedeffatame harreen dubbatuu hin dandeenne afaan namaa dubbattee raatticha maraatuu oolchite.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo waan cubbuu isaatiif teedeffatame harreen dubbatuu hin dandeenne afaan namaa dubbattee raatticha maraatuu oolchite.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bala'aam garuu waayee cubbuu isaatiif balaaleffatamee jira. Harreen dubbachu'uuf hin danddeenne afaan namaatiin dubbattee, hujii nabiyyichaa ka maraatu'uu mormmitee jirtti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo yakkaa ifiitiif xixame. Harreen dubbatuu hin dandeenne qoonqoo namaatiin dubbattee maraattummaa raagichaa dhooggiteerti.