2 Peter 2:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo ifiifuu garbummaa badi'ii jala jiranuu, worra kaaniin ammoo bilisa baatan jedhaa, addii kennaniif; sababille nami tokko waan isaaf goottome maraaf garba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu isani balchoomsina nama suniini jed'ani, ammo worri ufiyu tissele waan hamtu, wonti akanatiifi naminu tisse waan isa dabsate ch'ufaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Nu isan balchoomsina namaan” jedhanii ammoo warrii ufiiyyuu tisseellee waan hamtuu, wantii akkanaatiif namiinuu tissee waan isaa dabsate cufaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu ufiiyyuu garbummaa badi'ii jala jiran, worra kaaniin ammo «bilisa baatan» jedha'aa abdii kennaniif; namni waan isa injifate maraafuu garbicha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu ufiiyyuu garbummaa badi'ii jala jiran, worra kaaniin ammoo bilisa baatan jedha'aa abdii kennaniif, namni waan isa injifate maraafuu garbicha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Bilisa ni baatan» jedha'aa abddii isaaniif ni kennan. Naminni yoo injifatamu injifata'aaf gabra ta'ee waan bitamuuf, isaan mataan isaaniituu gabroota cubbu'uuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo ifiifuu garbummaa badi'ii jala jiranuu, worra kaaniin ammoo bilisa baatan jedhaa, addii kennaniif; sababille nami tokko waan isaaf goottome maraaf garba.