2 Peter 2:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Karaa balchumma'aa beekaneen duuba, ajaja woyyicha isaaniif kenname beekanee, addee irraa deebi'anu adoo duruu beekuu dhabanee woyya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sila ira isaa jirti, yo inni kara d'uga imbaratiini, fulla barate, ammo seera qulqullo isaa kennani kaani ira badu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fulaa karaa dhugaa baratee seera qulqulloo isaa kennan irraa baduu, adoo silaa barachuu baatee irraa isaa jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa qajeelaa haga beekaniin maayessa ajaja woyyicha isaanii kenname san irraa duubatti deebi'uu uduu dhabaatanii isaanii woyya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Karaa qajeelaa haga beekanniin maayessa ajaja woyyicha isaanii kenname san irraa duubatti deebi'uu uduu dhabaatanii isaanii woyya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Karaa qulqullaawomaa eega beekaniin duubatti ajaja isaaniif kenname qulqulluu irraa ufi duuba ka deebi'an irra, karaa qulqullumma'aa beekuu dhabanii uduu jiraataniitii, isaaniif woyya ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa balchumma'aa beekaneen duuba, ajaja woyyicha isaaniif kenname beekanee, addee irraa deebi'anu adoo duruu beekuu dhabanee woyya.