2 Peter 2:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Mammaassi dhugichi, “Sareen diddiga ifiitittuu deebiti” jedhu, akkasuma “Booyyeen dhiqatte dhoqqee keessatti gangalatiisaaf deebiti” jedhu isaan irratti te'eera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti worri tahe mammaasa, Sareeni didiiga ufiti deebite nyaatti jed'ufi Goljaani d'iqani iti deebie d'oqe keesa gangalata jed'u, aka inni d'uga agarsiifti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii warrii ta'ee mammaassa, “Sareen didiiga ufiitti deebitee nyaatti” jedhuu fi ka, “Booyyeen dhiqan itti deebiteetti dhoqqee keessa gangalaatti” jedhuu, akka innii dhugaa garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee akkuma mammaanni, «Sareen diddiga ufiititti deebiti» akkasuma, «Booyyeen dhiqamtee deebitee dhoqqe'etti gangalatti» jedhu sun isaan irratti ta'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunillee akkuma mammaanni, «Sareen diddiga ufiititti deebiti» akkasuma, «Booyyeen dhiqamtee deebitee dhoqqe'etti gangalatti» jedhu sun isaan irratti ta'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Waan tufe liqimssu'uuf sareen gara waan isaa ka tufee titti ni deebi'a.» Akkuma kana, «Booyeen eega miicateen duubatti deebi'ee dhoqqee irratti ni gangalata» ka jedhu, fakkeenni dhugaalessi isaan irra gayee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mammaassi dhugichi, «Sareen diddiga ifiitittuu deebiti» jedhu, akkasuma «Booyyeen dhiqatte dhoqqee keessatti gangalatiisaaf deebiti» jedhu isaan irratti te'eera.