2 Peter 2:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barsiisoti dharaa tun joljolummaa ifiitiin mammaassa ifuma keessaa fuudhaa dubbataa isin irraa nyaatan. Muraan bara duriitiin jalqaddee isaanii qophootteerti. Badiin isaaniille rattee hin jirtu!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Barsiiftuuni d'ara tunini sabdooma ufitiifi odu d'ara odeesiti, aka wo keesa argattu. Bara heddu Nami worra qoru kurfo jira, Ka worra balleesuleeni ya hiriibaa kae!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Barsiisootii dharaa tunin akka wa keessaa argattu sabdooma ufitii fi oduu dharaa odeesiti. Ka warraatti muru bara hedduu kurfoo jira, ka warra balleessuulleen ya hirriibaa kahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barsiisonni dharaa kunniin dharraa birri'iitiif ufumaa mammaaka dubbata'aa isin irraa nyaatan; murtiin isaanii dur irraa jalqabee hin turu; badiin isaan eeggata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Barsiisonni dharaa kunniin dharraa birri'iitii ufumaa mammaaka dubbata'aati isin irraa nyaatan; murtiin isaanii duri irraa jalqabee hin turu; badiin isaaniillee hin mugu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barsiisonni dharaa tunniin qarshi'iif haafayuu irraa ka ka'een seennaa ufii isaaniitii qopheessan oddeessa'aa, isaan ni saaman. Bara baayi'e'een duranaa'llee jalqabee murttiin isaaniif qophaayee jira, badiin'llee dhugamaanuu isaan ni eeggata!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barsiisoti dharaa tun joljolummaa ifiitiin mammaassa ifuma keessaa fuudhaa dubbataa isin irraa nyaatan. Muraan bara duriitiin jalqaddee isaanii qophootteerti. Badiin isaaniille rattee hin jirtu!