2 Peter 2:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma, Inni biyya lafaa ta durii, ta namoota Waaqa malee le'anuu irratti bisaan badi'ii fidee, Nohii waan balchumma'aa lallabe qofa, namoota dhibii torba woliin hanbure malee, isii hin mararre.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi lafa duri akanumati illakimne, ammo lafa worra Waaqa insodaanne bokaa gudda iti roobe fach'aani balleese; nami inni baase Nuhu ka d'uga barsiiseefi nama torba d'ibi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii lafa durii akkanumaatti hinlakkimnee, ammoo lafa warra Waaqaa hinsodaannee bokkaa guddaa itti roobee bisaaniin balleesse; namii innii baase Noha ka dhugaa barsiisee fi nama torba dhibii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
durillee adunyaa tanaa uduu garaa hin laafne Noohiin qajeellummaa lallabu'uuf namoota torban hambisee adunyaa cubbittii irratti bisaan badi'ii yoo roobe,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
durillee adunyaa tanaa uduu garaa hin laafne Nohiin qajeellummaa lallabu'uuf namoota torban hambisee adunyaa cubbiitii irratti bisaan badi'ii yoo roobe,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana lallabaa qulqullaawomaa ka ture Nohiin namoota kaanniin torbaan woliin fayyisee, biyya lafaa ka namoonni Waaqa hin waaqeffanne keessa turan irratti bishaan badi'ii yoo fidu, garaa laafee biyya lafaa ka duranii hin baafinneef,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma, Inni biyya lafaa ta durii, ta namoota Waaqa malee le'anuu irratti bisaan badi'ii fidee, Nohii waan balchumma'aa lallabe qofa, namoota dhibii torba woliin hambure malee, isii hin mararre.